Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate
Kitaaba Qulqulluu Guyyaa Guyyaan Qoruu—2021
Caqasa Waggaa ‘Tasgabbaaʼuu fi anatti amanamuudhaan jabina ni argattu.’—Isaayyaas 30:15.
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamani dha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
Adoolessa 2020 Maxxanfame
Oromo (es21-OA)
© 2020
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA