LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • scl ful. 85-87
  • Kiristiyaanota

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kiristiyaanota
  • Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
Caqasoota Jireenya Kiristiyaanaatiif Taʼan
scl ful. 85-87

Kiristiyaanota

Duuka buutonni Yesuus maqa Kiristiyaanota jedhu kan argatan akkamitti?

HoE 11:26

Wanti Kiristiyaanota dhugaa adda baasee beeksisu maalidha?

Yoh 13:15, 35; 15:17; 1Ph 2:21

Dabalataanis Gal 5:22, 23; Flp 2:5, 6; 1Yo 2:6; 4:20 ilaali

Kiristiyaanonni dhugaan fayyina kan argatan karaa eenyuutiini?

HoE 4:12; 1Ta 5:9; Mul 7:10

Dabalataanis HoE 5:30, 31; Rom 6:23 ilaali

Kiristiyaanonni, Kiristoos isa Mootiisaanii isa samii taʼeef kan bitaman maaliifi?

Dan 7:13, 14; Efe 5:24; Flp 2:9, 10; Qol 1:13

Dabalataanis Fr 2:6; 45:1, 6, 7; Yoh 14:23; Efe 1:19-22 ilaali

Kiristiyaanonni dhugaan dhimmoota addunyaa kanaa keessa kan hin galle maaliifi?

Yoh 15:19; Yaq 4:4; 1Yo 2:15

Dabalataanis “Addunyaatti Michoomuu” fi “Mootummoota—Kiristiyaanonni Walaba Taʼanii Jiraatu” isa jedhu ilaali

Kiristiyaanonni dhugaan mootummootaaf kan ajajaman maaliifi?

Rom 13:1, 6, 7; Tit 3:1; 1Ph 2:13, 14

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Mat 22:15-22—Yesuus duuka buutonnisaa gibira kan kaffalan maaliif akka taʼe ibseera

    • HoE 4:19, 20; 5:27-29—Duuka buutonni Yesuus mootummootaaf kan ajajaman, hamma seera Waaqayyoo akka cabsan hin gaafatamnetti akka taʼe argisiisaniiru

Kiristiyaanonni loltoota kan taʼan karaa kamiini?

2Qo 10:4; 2Xi 2:3

Dabalataanis Efe 6:12, 13; 1Xi 1:18 ilaali

Kiristiyaanonni wanta itti amananii wajjin wal simanii jiraachuu kan qaban maaliifi?

Mat 5:16; Tit 2:6-8; 1Ph 2:12

Dabalataanis Efe 4:17, 19-24; Yaq 3:13 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 9:1, 2; 19:9, 23—Waaqeffannaan Kiristiyaanotaa “Daandicha” jedhameera, kunimmoo akkaataa jireenyaa isaan hordofan argisiisa

Kiristiyaanonni dhugaan, dhugaa baatota Yihowaa taʼuu kan qaban maaliif?

Isa 43:10, 12; Yoh 17:6, 26; Rom 15:5, 6; Mul 3:14

Dabalataanis Ibr 13:15 ilaali

Kiristiyaanonni dhugaan, dhugaa baatota Yesuusis taʼuu kan qaban maaliifi?

HoE 1:8; 5:42; 10:40-42; 18:5; Mul 12:17

Dabalataanis HoE 5:30, 32; 13:31 ilaali

Kiristiyaanonni dhugaan hundi misiraachicha labsuu kan qaban maaliifi?

Mat 28:19, 20; Luq 10:9; Rom 10:9, 10; Mul 22:17

Dabalataanis Isa 61:1; 1Qo 9:16 ilaali

Kiristiyaanonni ariʼatamaaf ilaalcha akkamii qabaachuu qabu?

“Ariʼatama” isa jedhu ilaali

Kiristiyaanonni dhugaan hundi Yesuusii wajjin samii keessa jiraatuu?

Luq 12:32; Mul 7:3, 4; 14:1

Dabalataanis 1Ph 1:3, 4 ilaali

Kiristiyaanonni dhugaan harki caalaansaanii abdii akkamii qabu?

Fr 37:29; Mul 7:9, 10; 21:3, 4

Kiristiyaanonni dhugaan amantiiwwan Saba Kiristiyaanaa hunda keessa jiruu?

Yoh 10:16; 17:20, 21; 1Qo 1:10

Namoonni Kiristiyaana ofiin jedhan hundi dhuguma duuka buutota Yesuusidhaa?

Mat 7:21-23; Rom 16:17, 18; 2Qo 11:13-15; 2Ph 2:1

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Mat 13:24-30, 36-43—Yesuus, fakkeenya gara fuulduraatti Kiristiyaanonni sobaa hedduun jiraachuu akka dandaʼan argisiisu dubbateera

    • 2Qo 11:24-26—Phaawulos ergamaan balaawwan isa mudatan keessaa tokko “obboloota sobaa” akka taʼan dubbateera

    • 1Yo 2:18, 19—Yohaannis ergamaan “mormitoonni Kiristoos baayʼeen” yeroo sanayyuu dhugaa dhiisanii akka turan dubbateera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi