Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate
Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Beeksisa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu
Madda Suuraa: Fuula 13, diiggaa Baabilon: Image © Homo Cosmicos/Shutterstock
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
Barreeffamoonnii fi viidiyoowwan as keessatti ibsaman hundi Dhugaa Baatota Yihowaatiin kan qophaaʼanidha.
Waxabajjii 2024 Maxxanfame
Afan Oromo (lffi-OA)
© 2021
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA