LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wfg ful. 2
  • Seensaa fi Qabiyyee Kitaabichaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensaa fi Qabiyyee Kitaabichaa
  • Ogummaa Wangeela Keessatti Argamu
Ogummaa Wangeela Keessatti Argamu
wfg ful. 2

Ogummaa Wangeela Keessatti Argamu

Yesuus gorsa isaa isa hunda irra caalu kan kenne, gaara magaalaa Qifirnaahom ishii qarqara Galaana Galiilaatti argamtu irratti ture. Haasaan isaa kun Lallaba Gaaraa jedhamee kan beekamu yommuu taʼu, Wangeela Maatewos boqonnaa 5 hanga 7 irratti argama. Ogummaa Yesuus irraa akka fayyadamtaniif, barumsawwan inni barsiise sana akka armaan gadiitti isiniif dhiheessineerra.

  • BOQONNAA 5

    • Yesuus gaara irratti barsiisuu jalqabe (1, 2)

    • Wantoota gammachuu argamsiisan salgan (3-12)

    • Soogiddaa fi ifa (13-16)

    • Yesuus Seericha raawwachuuf dhufe (17-20)

    • Gorsa dheekkamsa (21-26), ejja (27-30), wal hiikuu (31, 32), kakaa (33-37), haaloo baʼuu (38-42), diina jaallachuu (43-48) ilaalchisee kenname

  • BOQONNAA 6

    • Qajeelota of hin fakkeessinaa (1-4)

    • Barumsa kadhannaa ilaalchisee kenname (5-15)

      • Kadhannaa fakkeenya taʼu (9-13)

    • Sooma (16-18)

    • Qabeenya lafa irraa fi qabeenya samii irraa (19-24)

    • Dhiphachuu dhiisaa (25-34)

      • Hundumaa dura Mootummicha barbaadaa (33)

  • BOQONNAA 7

    • Warra kaanitti murteessuu dhiisaa (1-6)

    • Kadhachuu, barbaaduu, balbala rurrukutuu keessan itti fufaa (7-11)

    • Seera Isa Beekamaa (12)

    • Karra dhiphaa (13, 14)

    • Firii isaaniitiin beekamu (15-23)

    • Mana qarsaa irraattii ijaaramee fi mana cirracha irratti ijaarame (24-27)

    • Namoonni hedduun barumsa Yesuus baayʼee dinqisiifatan (28, 29)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi