LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CA-copgm23 ful. 4
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  • Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2022-2023—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2022-2023—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2019-2020—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2019-2020—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2020-2021—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2022-2023—Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
CA-copgm23 ful. 4

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:

  1. 1. Iddoo maatii Yihowaa keessatti qabnuuf bakka guddaa akka kenninu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? (Efe. 4:3)

  2. 2. Miira hoʼaadhaan warra kaan simachuu kan dandeenyu akkamitti? Akkas gochuu kan qabnu hoo maaliifi? (Rom. 15:7)

  3. 3. Hamma nuuf dandaʼame namoonni hedduun kutaa maatii Yihowaa akka taʼan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? (Efe. 2:17; 6:15)

  4. 4. Nagaan akka dagaaguuf gumaacha gochuu kan dandeessan akkamitti? (Efe. 4:29; 5:1, 2; 6:13)

  5. 5. Jaalala maatii hafuuraa keenyaaf qabnu guddifachuu kan dandeenyu akkamitti? (Efe. 1:15, 16)

© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

CA-copgm23-OA

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi