Fuula Mata Duree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Kitaaba Qulqulluu Guyyaa Guyyaan Qoruu—2025
Caqasa Waggaa “Ulfina maqaa isaatiif malu Yihowaadhaaf kennaa.”—Faarfannaa 96:8.
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
Adoolessa 2024 Maxxanfame
Afan Oromo (es25-OA)
© 2024
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA