LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w10 6/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
w10 6/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Waxabajjii 15, 2010

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Adoolessa 26, 2010–Hagayya 1, 2010

Saba Waaqayyoo Gidduu Jiraachuudhaan Eegumsa Argadhu

FUULA 6

FAARFANNAA: 16, 31

Hagayya 2-8, 2010

Gumii Cimsuu Keessan Itti Fufaa

FUULA 10

FAARFANNAA: 50, 53

Hagayya 9-15, 2010

Aarii Keessan Toʼachuudhaan ‘Waan Gaariidhaan Isa Hamaa Moʼaaʼ

FUULA 15

FAARFANNAA: 52, 39

Hagayya 16-22, 2010

Dubbiin Gurratti Tolu Walitti Dhufeenya Cimsa

FUULA 20

FAARFANNAA: 19, 35

Hagayya 23-29, 2010

Sochiiwwan Hafuuraatiin Boqonnaa Argadhaa

FUULA 25

FAARFANNAA: 22, 48

KAAYYOO MATADUREEWAAN QAYYABANNAA

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 6-14

Matadureewwan kun, eebbawwan gumii Kiristiyaanaa keessa jiraachuu keenyaan arganneef dinqisiifannaa qabnu nuu guddisu. Kana malees, obboloota gumii keenya keessa jiran dhuunfaatti karaa kamiin jajjabeessuufi gargaaruu akka dandeenyu nu hubachiisu.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 15-24

Matadureen lamaan kun, nutis taane warri kaan cubbuu kan dhaalle taʼus, seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu hojiirra oolchuun naga qabeeyyii taanee jiraachuuf akkamitti akka nu gargaaru ibsu. Dubbii gurratti tolu dubbachuunis, walitti dhufeenya gaarii cimsuurratti gaʼee guddaa akkamii akka qabu ibsu.

MATADUREE QAYYABANNAA 5 FUULA 25-29

Namoonni biyya lafaa, sochiiwwan foon keenya gammachiisan boqonnaa argamsiisu jedhanii dogoggoraan amanu. Sabni Waaqayyoo wantoota hafuuraatiin boqonnaa argatu. Matadureen kun, gammachuu dhugaa itti fufiinsa qabu akkamitti argachuu akka dandeenyu ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Jaalalaan Tokko Taʼuu—Gabaasa Walgaʼii Waggaa 3

Rakkina Hiriyaa Gaaʼelaatiin Ganamuun Geessisu Dandaʼuu 29

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi