Ittiin Baafata
Onkoloolessa-Muddee 2013
© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania.
MATADUREE FUULA JALQABAA
Rakkinni Kan Baay’ate Maaliifi? Yoom Bada?
Lubbuun Namoota Balleessaa Hin Qabne Hedduun Badeera! 3
Rakkinni Akkas Kan Baay’ate Maaliifi? 4
Rakkinni Dhiheenyatti Ni Bada! 6
MATADUREE DABALATAA
Afaan Dubbannu Yeroo “Gamoon Baabel” Ijaarame Dhufee? 8
Waaqayyotti Dhihaadhu—Inni ‘Garaa Keenya Ni Guuta’ 11
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Nohi ‘Namoota Kan Biraa Torbaa Wajjin Ooleera’ 12
Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu 16
INTARNEETIIRRATTI | www.jw.org
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA ILAALCHISEE GAAFFIIWWAN YEROO BAAY’EE KA’AN—Qarshii Hojii Keessan Ittiin Geggeeffattan Eessaa Argattu?
(Ingiliffaan argama. ABOUT US > FREQUENTLY ASKED QUESTIONS jalaa ilaali)