LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Guraandhala ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Guraandhala ful. 1-2

Ittiin Baafata

Guraandhala 2016

© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

3 Seenaa jireenyaa Yihowaan Tajaajila Isaa irratti Milkaaʼina Akkan Argadhu Na Gargaareera

EBLA 4-10, 2016

8 Yihowaan “Michuu Koo” Jedhee Isa Waameera

EBLA 11-17, 2016

13 Fakkeenya Namoota Yihowaa Wajjin Michummaa Cimaa Qabanii Hordofaa

Mata dureewwan kun, Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabaachuuf nu gargaaru. Mata duree jalqabaa irratti, fakkeenya Abrahaam irratti xiyyeeffanna. Mata duree itti aanu irratti immoo, waaʼee Ruut, Hisqiyaasii fi waaʼee Maariyaam ishii haadha Yesus taatee ilaalla.

18 Gammachuudhaan Yihowaa Tajaajiluu Kee Itti Fufi

EBLA 18-24, 2016

21 Yihowaadhaaf Amanamaa Taʼuu Kee Argisiisi

EBLA 25, 2016-CAAMSAA 1, 2016

26 Tajaajiltoota Yihowaa Warra Amanamoo Taʼan Irraa Baradhaa

Mata dureewwan kana keessatti, seenaa Kitaaba Qulqulluu waaʼee Daawit Mootichaa fi waaʼee namoota yeroo sana turan kaanii dubbatu qorra. Seenaawwan kun seerawwan buʼuuraa haalawwan rakkisoo taʼan keessatti Yihowaadhaaf amanamoo taʼuu keenya argisiisuuf nu gargaaran qabataniiru.

31 Kuusaa Keenya Keessaa

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

BEENIIN

Mandara Hetiin ishii lafti ishii caffee taʼe keessatti, manneen hedduun lafa irraa ol kaʼanii kan ijaaraman siʼa taʼu, geejjibni beekamaan yabala dha. Babalʼistoonni 215 fi qajeelchitoonni 28 gumii sadii keessatti tajaajilan, bara 2014⁠tti namoonni 1,600 Ayyaana Yaadannoo irratti argamuu isaaniitti baayʼee gammadaniiru

BAAYʼINA UUMMATAA

10,703,000

BABALʼISTOOTA

12,167

QAJEELCHITOOTA YEROO HUNDAA

1,492

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi