YESUS KAN DHIPHATEE FI KAN DUʼE MAALIIFI?
Lakk. 2 2016
AYYAANA YAADANNOO DUʼA YESUS | ROOBII, BITOOTESSA 14, 2008
© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
BARRUUN Masaraa Eegumsaa kun, Yihowaa isa Bulchaa uumama cufaa taʼeef ulfina kenna. Mootummaan Waaqayyoo inni samii dhiheenyatti hammeenya balleessee lafa gara jannataatti akka jijjiiru misiraachoo himuudhaan namoota jajjabeessa. Akkasumas, Yesus Kiristos isa jireenya bara baraa akka argannuuf nuu du’ee fi yeroo ammaatti Mootii Mootummaa Waaqayyoo ta’ee bulchaa jirutti akka amannu nu jajjabeessa. Barruun kun, bara 1879 eegalee utuu wal irraa hin citin maxxanfamaa tureera; siyaasaa keessas hin seenu. Barumsi isaas guutummaatti Kitaaba Qulqulluu irratti kan hundaa’e dha.
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko yommuu taʼu, buusii qarshii namoonni fedhii isaaniitiin kennaniin qophaaʼa.
Buusii qarshii gochuuf weeb saayitii www.jw.org/om jedhamu ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barruu kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.