LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w17 Amajjii ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
w17 Amajjii ful. 2

Baafata Mata Duree

3 Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru

GURAANDHALA 27, 2017–BITOOTESSA 5, 2017

7 “Yihowaatti Amanami, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu”

Mata dureen kun yommuu rakkinni nu mudatu caqasni waggaa 2017 gargaarsa Yihowaa barbaaduu akka qabnu akka nu jajjabeessu ibsa. Fakkeenya namoota amanamoo bara duriitti turaniitti fayyadamuudhaan, utuma rakkoo keenya furuuf tarkaanfii sirrii fudhannuu fi warra kaan gargaarruu, akkamitti gargaarsa Yihowaatti amanamuu akka dandeenyu qorra.

BITOOTESSA 6-12, 2017

12 Mirga Filannoo Gochuuf Sii Kenname Dinqisiifadhu

Mata duree kana keessatti, mirga filannaa gochuu Waaqayyo nuuf kenne, karaa isa gammachiisuun itti fayyadamuudhaan kennaa sana akka dinqisiifannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe baranna. Akkasumas akkaataa warri kaan mirga filannoo isaanii itti fayyadaman kabajuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe hubachuuf nu gargaara.

BITOOTESSA 13-19, 2017

17 Gad Of Deebisuun Amma Iyyuu Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi?

BITOOTESSA 20-26, 2017

22 Qorumsa Keessatti Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu

Mata dureewwan kun waaʼee amala jaalatamaa, jechuunis waaʼee gad of deebisuu caalaatti akka hubannu nu gargaaru. Mata dureen inni jalqabaa gad of deebisuu jechuun maal jechuu akka taʼee fi maal jechuu akka hin taane ibsa. Mata dureen inni lammaffaan immoo qorumsa keessatti illee gad of deebisnee jiraachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.

BITOOTESSA 27, 2017–EBLA 2, 2017

27 ‘Wantoota Sana Namoota Amanamoo Taʼaniitti Imaanaadhaan Kenni’

Dhaloonni tokko darbee dhaloonni kan biraan yommuu dhufu, dargaggoonni hojii maanguddoonni hojjetan fudhatu. Mata dureen kun dargaggoonnis taʼan maanguddoonni jijjiirama kanaaf ilaalcha sirrii qabaachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsa.

32 Kana Beektaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi