LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w17 Guraandhala ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
w17 Guraandhala ful. 2

Baafata Mata Duree

EBLA 3-9, 2017

3 Kaayyoon Yihowaa ni Raawwatama!

EBLA 10-16, 2017

8 Furii—‘Kennaa Guutuu’ Abbaa Biraa Argame

Aarsaan furii Kiristoos amantii keenyaa fi kaayyoon Waaqayyoo inni jalqabaa akka raawwatamu gochuu irratti gumaacha guddaa qaba. Mata dureewwan kun lamaan furichi maaliif akka barbaachise, maal akka raawwatee fi furicha isa kennaawwan Abbaan keenya inni samii jaalalaan kakaʼee nuuf kenne hunda caalu kanaaf dinqisiifannaa garaadhaa madde argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu.

13 Seenaa Jireenyaa​—Gaarummaa Yihowaa Isa Guddaa Irraa Karaa Hedduudhaan Faayidaa Arganneerra

EBLA 17-23, 2017

18 Yihowaan Saba Isaa ni Geggeessa

EBLA 24-30, 2017

23 Yeroo Ammaatti Saba Waaqayyoo Geggeessaa kan Jiru Eenyu?

Yihowaan waggoota kumaan lakkaaʼamaniif dursa fudhatanii akka geggeessaniif dhiirotatti fayyadamaa ture. Yihowaan namoota kana deggeraa akka ture mirkanaaʼoo taʼuu kan dandeenyu akkamitti? Yeroo harʼaatti garbicha amanamaa fi ogeessa deggeraa akka jiru hoo akkamitti beekna? Mata dureewwan kun lamaan ragaawwan yeroo hundumaa bakka buʼoota Waaqayyoo adda baasanii beeksisan sadii ibsu.

29 Gaaffii Dubbistootaa

31 Kuusaa Keenya Keessaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi