LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w17 Onkoloolessa ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
w17 Onkoloolessa ful. 2

Baafata Mata Duree

3 Seenaa Jireenyaa​—Wanta Yihowaan Ajaje Raawwachuudhaan Eebba Ani Argadhe

SADAASA 27, 2017–MUDDEE 3, 2017

7 “Hojii fi Dhugaadhaan Wal Jaallachuu”

Jaalalli dhugaan Kiristiyaanota dhugaa adda baasee beeksisa. Mata dureen kun karaa jaalaala “fakkeessaa irraa walaba taʼe” itti argisiisuu dandeenyu sagal ibsa.—2 Qor. 6:6.

MUDDEE 4-10, 2017

12 Dhugaan, ‘Goraadee Malee Nagaa Hin’ Fidu

Firoonni hin amanne dhugaa jibbuun isaanii, jireenyi namoota Yihowaa waaqeffatanii rakkisaa akka taʼu gochuu dandaʼa. Mata duree kana keessatti mormii maatii akka gaariitti dandamachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe baranna.

17 Yoseef Namni Armaatiyaa Tarkaanfii Fudhateera

MUDDEE 11-17, 2017

21 Mulʼanni Zakaariyaas kan Si Ilaallatu Akkamitti?

MUDDEE 18-24, 2017

26 Konkolaattonnii fi Gonfoon Si Eegu

Mata dureewwan kun mulʼata Zakaariyaas jaʼaffaa, torbaffaa fi saddeettaffaa ibsu. Mulʼanni jaʼaffaanii fi torbaffaan mirga jaarmiyaa Waaqayyoo isa qulqulluu keessatti tajaajiluuf arganne dinqisiifachuuf nu gargaaru. Mulʼanni inni saddeettaffaan immoo Yihowaan waaqeffattoonni isaa waaqeffannaa dhugaa irratti yommuu hirmaatan eegumsa cimaa kan isaaniif godhu akkamitti akka taʼe nu barsiisa.

31 Gocha Gaarummaa Kiristiyaana Tokkoo

32 Kana Beektaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi