LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp18 Lakk. 3 ful. 1-2
  • Waaqayyo Siif ni Yaadaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyo Siif ni Yaadaa?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
wp18 Lakk. 3 ful. 1-2
Barruu Masaraa Eegumsaa, Lakk. 3, 2018 | Waaqayyo Siif ni Yaadaa?

Waaqayyo Siif ni Yaadaa?

© 2018 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

Fakkiin qola irra jiru intala balaa uumamaa jalaa baqachaa jirtu takka argisiisa

Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali. Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.

BARRUUN Masaraa Eegumsaa kun, Yihowaa isa Bulchaa uumama cufaa taʼeef ulfina kenna. Mootummaan Waaqayyoo inni samii dhiheenyatti hammeenya balleessee lafa gara jannataatti akka jijjiiru misiraachoo himuudhaan namoota jajjabeessa. Akkasumas, Yesuus Kiristoos isa jireenya bara baraa akka argannuuf nuu duʼee fi yeroo ammaatti Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼee bulchaa jirutti akka amannu nu jajjabeessa. Barruun kun, bara 1879 eegalee utuu wal irraa hin citin maxxanfamaa jira; siyaasa keessas hin seenu. Barumsi isaas guutummaatti Kitaaba Qulqulluu irratti kan hundaaʼe dha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi