LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w18 Ebla ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
w18 Ebla ful. 2

Baafata Mata Duree

WAXABAJJII 4-10, 2018

3 Daandii Bilisummaa Dhugaa Argamsiisu

WAXABAJJII 11-17, 2018

8 Yihowaa Isa Waaqa Bilisummaa Taʼe Tajaajilaa

Namoonni addunyaa maratti argaman bilisummaa dabalataa argachuu barbaadu. Kiristiyaanonni bilisummaadhaaf ilaalcha akkamii qabaachuu qabu? Mata dureen lamaan kun bilisummaa dhugaan maal akka taʼe, argachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼee fi yeroo harʼaatti bilisummaa keenya isa daangaa qabuun ofis taʼe warra kaan fayyaduu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa. Hunda caalaa garuu, Yihowaa isa Waaqa bilisummaa dhugaa taʼeef ulfina kennuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe baranna.

13 Dhiironni Muudamtan Ximotewos Irraa Baradhaa

WAXABAJJII 18-24, 2018

15 Fakkeenya Yihowaa Isa Waaqa Jajjabinaa Taʼee Hordofuu

WAXABAJJII 25, 2018–ADOOLESSA 1, 2018

20 “Caalaatti” wal Jajjabeessaa

Mata dureewwan kun lamaan Yihowaan yeroo hundumaa tajaajiltoota isaa akka jajjabeessuu fi tajaajiltoonni isaa baroota adda addaa keessa jiraatanis fakkeenya isaa akka hordofan ibsu. Wal jajjabeessuun yeroo kam iyyuu caalaa ariifachiisaa kan taʼe maaliif akka taʼes ni ilaalla.

ADOOLESSA 2-8, 2018

25 Dargaggootaa, Galmawwan Hafuuraa Irratti Xiyyeeffachaa Jirtuu?

Dargaggoonni gumii keessatti argaman Yihowaa gammachiisuu irratti kan xiyyeeffatan yoo taʼe ni fayyadamu. Mata dureen kun, sababii dargaggummaatti galmawwan hafuuraa baasuu itti qabnuu fi tajaajilaaf dursa kennuu itti qabnu ibsa.

30 Gaaffii Dubbistootaa

32 Gaaffii Dubbistootaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi