LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w18 Caamsaa ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
w18 Caamsaa ful. 2

Baafata Mata Duree

3 Seenaa Jireenyaa​—Jalqaba Irratti Hiyyeessa Kanan Ture Taʼus, Xumura Irratti Sooressa Taʼeera

9 Nagaa Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?

ADOOLESSA 9-15, 2018

12 Yihowaan Namoota ‘Jabaatanii Dhaabachuudhaan Firii Godhatan’ ni Jaallata

ADOOLESSA 16-22, 2018

17 ‘Firii Hedduu Godhachuu Keenya Itti Fufuu’ kan Qabnu Maaliifi?

Mata dureewwan lamaan keessaa inni jalqabaa, fakkeenya Yesuus waaʼee muka wayinii fi nama sanyii facaasu dubbate kan ibsan siʼa taʼu, hojii lallabaa keenya ilaalchisee maal akka nu barsiisan argisiisa. Mata duree isa lammaffaa irratti immoo, sababiiwwan Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼanii fi hojii lallabaa keenyatti jabaannee itti fufuuf nu kakaasan hedduu qora.

ADOOLESSA 23-29, 2018

22 Diina Keessan Beekaa

ADOOLESSA 30, 2018–HAGAYYA 5, 2018

27 Dargaggootaa—Jabaattanii Dhaabachuudhaan Diyaabilosiin Mormaa

Seexanni diina keenya dha. Dhibbaan inni gessisu hangam ulfaataa dha? Humni isaa kan daangeffame hoo akkamitti? Dargaggoota Kiristiyaanaa dabalatee hundi keenya isa irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti? Mata dureewwan kun lamaan gaaffiiwwan kanaaf deebii kennu; akkasumas murtoo Diyaabilosiin mormuuf goone cimsachuuf nu gargaara.

32 Midhaan Sassaabamu Baayʼee Dha!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi