LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w18 Waxabajjii ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
w18 Waxabajjii ful. 2

Baafata Mata Duree

HAGAYYA 6-12, 2018

3 “Mootummaan Koo Kutaa Addunyaa Kanaa Miti”

HAGAYYA 13-19, 2018

8 Akkuma Yihowaa fi Yesuus Tokkummaa Qaban, Hundi Keenya Tokkummaa haa Qabaannu

Namoonni bara Yesuusitti turan siyaasaan, hawaasaa fi gosaan kan wal qoqqoodan turan. Mata dureewwan lamaan kana keessatti, Kiristoos duuka buutonni isa tokkummaa akka qabaatanii fi halaalatti nama jibbuu isa qoqqoodiinsa uumuu akka dandamatan kan isaan barsiise akkamitti akka taʼe ilaalla. Kana malees, fakkeenyi isaanii addunyaa qoqqoodamaa keessa jiraannu kana keessatti, akkuma isaanii gochuuf nu kakaasuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe ilaalla.

13 Waaqayyo Duratti Fudhatama Argachuu Dandaʼa Ture

HAGAYYA 20-26, 2018

16 Seerrii fi Qajeelfamni Waaqayyoo Qalbii Keessan Akka Leenjisu Heyyamaa

Qalbiin keenya akka gaariitti akka nu qajeelchuuf leenjiʼuu qaba. Yihowaan jaalalaan kakaʼee seeraa fi qajeelfama qalbiin keenyaa fi ilaalchi inni wantootaaf qabu akka wal simu gochuuf nu gargaaru nuu kenneera. Mata dureen kun, qajeelfama Kitaaba Qulqulluu akkamitti hojii irra oolchuu akka dandeenyu ibsa.

HAGAYYA 27, 2018–FULBAANA 2, 2018

21 Yihowaadhaaf Ulfina Kennuuf “Ifni Keessan . . . haa Ifu”

Yesuus barattoonni isaa Yihowaadhaaf ulfina kennuuf ifa isaanii akka ibsan isaan gorseera. Mata dureen kun, yaadawwan hojii irra ooluu dandaʼanii fi caalaatti ‘ifa keenya akka ibsinu’ nu gargaaran ibsa.

26 Seenaa Jireenyaa​—Dhiphina Koo Hunda Keessatti Jajjabina Argadheera

30 Humna Nagaa Gaafachuun Qabu

32 Ni Yaadattaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi