Baafata Mata Duree
ONKOLOOLESSA 1-7, 2018
3 Odeeffannoo Guutuu Taʼe Qabdaa?
ONKOLOOLESSA 8-14, 2018
8 Wanta Alaan Mulʼatu Irratti Hundooftanii hin Murteessinaa
Mata dureen inni jalqabaa rakkoowwan odeeffannoo guutuu argachuu irratti nu mudachuu dandaʼan ibsa. Kana malees, qajeelfamawwan Kitaaba Qulqulluu dandeettii odeeffannoo tokko sirrii taʼuu isaa madaaluu irratti qabnu fooyyessuuf nu gargaaran qabateera. Mata duree isa lammaffaa irratti immoo wantoota namoonni yeroo baayʼee wanta ijaan mulʼatu irratti hundaaʼanii akka murteessan godhan sadii qorra. Dabalataanis, namoota utuu wal hin caalchisin qabuu irratti guddina gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.
13 Seenaa Jireenyaa—Harki Koo Akka hin Laafne Murtoo Cimaa Godheen Ture
ONKOLOOLESSA 15-21, 2018
18 Namoonni Arjummaadhaan Kennan Gammadoo Dha
ONKOLOOLESSA 22-28, 2018
23 Guyyaa Hundumaa Yihowaa Wajjin Hojjedhaa
Yihowaan ilmaan namootaa kan uume jireenya gaarii akka qabaatanii fi gammachuu akka argatan godhee ti. Wanti ati guyyaa guyyaadhaan hojjettu kaayyoo Yihowaa galmaan gaʼu irratti gumaacha akkamii akka qabu yommuu argitu gammachuu guddaa argata. Mata dureewwan lamaan kun, karaa adda addaatiin arjummaa argisiisuun buʼaa maalii akka qabu ibsu.