LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w18 Onkoloolessa ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
w18 Onkoloolessa ful. 2

Baafata Mata Duree

3 Bara 1918—Waggoota Dhibba Tokkoon Dura

MUDDEE 3-9, 2018

6 Dhugaa Dubbachuu

MUDDEE 10-16, 2018

11 Dhugaa Barsiisuu

Hawaasa yeroo harʼaa jiru keessatti sobuun baramaa dha. Sobni akkamitti jalqabe? Soba hanga harʼaatti dubbatame keessaa inni hunda caalu isa kami? Gowwoomfamuu irraa of eeguu kan dandeenyu akkamitti? Akkasumas dhugaa akka walitti dubbannu akkamitti argisiisuu dandeenya? Tajaajila keenya irratti Meeshaalee Buʼuuraa Barsiisuuf Itti Fayyadamnu akkamitti itti gargaaramuu dandeenya? Mata dureewwan kun waaʼee kanaa ibsu.

17 Seenaa Jireenyaa​—Yihowaan Murtoo Koo Naaf Eebbiseera

MUDDEE 17-23, 2018

22 Geggeessaa Keenya Kiristoositti Amanamaa

MUDDEE 24-30, 2018

27 Haalawwan yoo Jijjiiraman Iyyuu Nagaa Keenya Eeggachuu

Nuti namoota mudaa qabnu waan taaneef, jireenya keenya keessattis taʼe jaarmiyaa keenya keessatti, jijjiirama fudhachuun nutti ulfaata. Mata dureewwan kun lamaan yeroo jijjiiramni hin eegamin nu mudatutti illee nagaa keenya eeggachuu fi Geggeessaa keenya Kiristoositti amanamuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu.

32 Kana Beektaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi