LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w18 Muddee ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
w18 Muddee ful. 2

Baafata Mata Duree

GURAANDHALA 4-10, 2019

3 “Jannata Keessatti Wal Argina!”

Kiristiyaanonni dhugaan Jannata keessa jiraachuuf hawwii guddaadhaan eeggatu. Mata dureen kun abdii kana ilaalchisee ragaa cimaa Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼe qabna kan jennu maaliif akka taʼee fi abdiin Yesuus Jannata ilaalchisee kenne akkamitti hubatamuu akka qabu ibsa.

8 Gaaffii Dubbistootaa

9 Ni Yaadattaa?

GURAANDHALA 11-17, 2019

10 “Wanta Waaqayyo Walitti Hidhe” Kabajaa

Mata dureen kun gaaʼela kabajamaa ilaalchisee wanta Kitaabni Qulqulluun dubbatu ibsa. Gaaʼela akka kabajnu akkamitti argisiisuu dandeenya? Akkasumas wal hiikuu fi gargar baʼuu ilaalchisee wanta Kitaabni Qulqulluun dubbatu akkamitti deggeruu dandeenya?

15 Seenaa Jireenyaa​—“Waaqayyo Wanta Gaarii” Nuuf Godheera

GURAANDHALA 18-24, 2019

19 Dargaggoota, Uumaan Keessan Gammadoo Akka Taatan Barbaada

GURAANDHALA 25, 2019–BITOOTESSA 3, 2019

24 Dargaggoota, Jireenya Gammachuu Qabu Jiraachuu ni Dandeessu

Dargaggoonni jireenya isaanii keessatti galmawwan akkamii hordofuu akka qaban ilaalchisee yeroo baayʼee murtoo ciccimaa gochuun isaan barbaachisa. Namoonni iddoo guddaa qaban barumsa ol aanaa akka hordofanii fi hojii galii guddaa argamsiisu akka hojjetan isaan gorsu. Yihowaan garuu, dargaggoonni isaaf dursa akka kennan isaan gorsa. Mata dureewwan lamaan kun Waaqayyoon dhaggeeffachuun daandii ogummaa akka taʼe ibsu.

29 “Namni Qajeelaan Waaqayyotti in Gammada”

32 Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2018

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi