Waaqayyo Eenyu?
© 2018 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali. Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
BARRUUN Masaraa Eegumsaa kun, Yihowaa isa Bulchaa uumama cufaa taʼeef ulfina kenna. Mootummaan Waaqayyoo inni samii dhiheenyatti hammeenya balleessee lafa gara jannataatti akka jijjiiru misiraachoo himuudhaan namoota jajjabeessa. Akkasumas, Yesuus Kiristoos isa jireenya barabaraa akka argannuuf nuu duʼee fi yeroo ammaatti Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼee bulchaa jirutti akka amannu nu jajjabeessa. Barruun kun, bara 1879 eegalee utuu walirraa hin citin maxxanfamaa jira; siyaasa keessa hin seenu. Barumsisaas guutummaatti Kitaaba Qulqulluurratti kan hundaaʼedha.