Jireenyi Isuma Ammaa Kana Qofa Dhaa?
Lakk. 3 2019
© 2019 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokkodha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaa’a. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali. Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mul’ata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaa’e irraa ta’uu isaa argisiisa.
BARRUUN Masaraa Eegumsaa kun, Yihowaa isa Bulchaa uumama cufaa ta’eef ulfina kenna. Mootummaan Waaqayyoo inni samii dhiheenyatti hammeenya balleessee lafa gara jannataatti akka jijjiiru misiraachoo himuudhaan namoota jajjabeessa. Akkasumas,Yesuus Kiristoos isa jireenya bara baraa akka argannuuf nuu du’ee fi yeroo ammaatti Mootii Mootummaa Waaqayyoo ta’ee bulchaa jirutti akka amannu nu jajjabeessa. Barruun kun, bara 1879 eegalee utuu wal irraa hin citin maxxanfamaa jira; siyaasa keessas hin seenu. Barumsi isaas guutummaatti Kitaaba Qulqulluu irratti kan hundaa’e dha.