Maxxansa Qoʼannaa
EBLA 2019
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: WAXABAJJII 3-30, 2019
© 2018 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Yesuus erga duʼaa kaʼee booda, barattoota isaa wajjin wal arguudhaan, “Dhaqaatii . . . barattoota godhaa” jedhee isaan ajajeera (Mata duree qoʼannaa 14, keeyyata 1 ilaali)