Maxxansa Qoʼannaa
CAAMSAA 2019
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: ADOOLESSA 1–HAGAYYA 4, 2019
© 2019 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Warri saala ilaalchisee odeeffannoo sirrii taʼe isaaniif kennuudhaan ijoollee isaanii miidhaa saalaa irraa eegu. Kana gochuuf, warri odeeffannoo jaarmiyaa Waaqayyootiin qophaaʼetti fayyadamu. (Mata duree qoʼannaa 19, keeyyata 19-22 ilaali)