LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w19 Adoolessa ful. 32
  • Wantoota Fuula JW.ORG/om Irratti Ba’an

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Fuula JW.ORG/om Irratti Ba’an
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
w19 Adoolessa ful. 32

Wantoota Fuula JW.ORG/om Irratti Ba’an

QAAMNI KANA TOLCHEE JIRAA?

Harka Oktoopaas Isa Dinqisiisaa

Irreen oktoopaas salphaadhumatti kan dadachaʼu taʼuun isaa injinaroonni harkaa roobootii yaalii baqaqsanii hodhuu xixiqqoo taʼan irratti doktaroota gargaaru kalaquuf isaan kakaaseera.

Jw.org/om irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > SAAYINSII FI KITAABA QULQULLUU > QAAMNI KANA TOLCHEE JIRAA? jedhu jalaa ilaali.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

“Boollan Itti Awwaalamu Qotaan Ture”

Oskaar utuu Dubbii Waaqayyoo hin baranne taʼee yeroo harʼaa lubbuudhaan jiraachuu akka hin dandeenye dubbateera. Namni miseensa tuuta badii Eel Saalvadoor ture kun akka jijjiiramu wanti isa kakaase maali dha?

Jw.org/om irratti BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > NAGAA fi GAMMACHUU > KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA jedhu jalaa ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi