Maxxansa Qoʼannaa
FULBAANA 2019
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: ONKOLOOLESSA 28–MUDDEE 1, 2019
© 2019 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
Yohaannis ergamaan “tuuta uummataa guddaa” uffata adii uffatanii fi damee muka meexxii harkatti qabatanii jiran argeera (Mata duree qoʼannaa 39, keeyyata 2 ilaali)