LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w19 Sadaasa ful. 1-32
  • Maxxansa Qoʼannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qoʼannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
w19 Sadaasa ful. 1-32
Masaraa Eegumsaa Maxxansa Qoʼannaa, Sadaasa 2019

Maxxansa Qoʼannaa

SADAASA 2019

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: MUDDEE 30, 2019–GURAANDHALA 2, 2020

© 2019 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org/om ilaali.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997⁠tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

Guyyaa Araaraatti lubni ol aanaan Israaʼel Iddoon Hundumaa Irra Qulqullaaʼaa Taʼe urgaa gaariidhaan akka guutamu gochuuf ixaanaa fi barbadaa ibiddaa qabatee seena. Achiis dhiiga horii aarsaa cubbuutiif dhihaatu qabatee deebiʼee gara Iddoo Hundumaa Irra Qulqullaaʼaa Taʼe sanaatti seena (Mata duree qoʼannaa 47, keeyyata 4 ilaali)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi