Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman, Waxabajjii: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Gammachuu Maatii (Amaariffa); Adoolessaafi Hagayya: Birooshuuroota; Fulbaana: Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu.
◼ Jiini Adoolessaa Sanbadduraafi Dilbata shan waan qabuuf qajeelchaa gargaaraa ta’uuf yeroo mijaa’aadha.
◼ Sagantaa viidiyoo Gaaffii Dargaggootaa—Hiriyaa Dhugaa Argachuu Kanan Danda’u Akkamitti? jedhamu Walga’ii Tajaajilaa ji’a Fulbaanaatti irratti mari’atama. Yoo barbaachisaa ta’e, viidiyoon kun karaa gumiitiin dafee ajajamuu qaba.