LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/06 ful. 7
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2006
Tajaajila Mootummaa—2006
km 11/06 ful. 7

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman, Sadaasa: Tiraaktota; Muddee: Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Bardhu; Amajjii: Dammaqinaan Eegaa!

◼ Sassaabaan ilaaltuu olaanaa ykn namni inni ramade, Muddee 1⁠tti ykn isa booda baay’ee utuu hin turin herrega gumii sakatta’uu qaba. Kun godhamee yoo raawwate, gabaasa herregaa itti aanutti gumiidhaaf beeksifamuu qaba.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKATTI ARGAMAN: Ingiliffa: Indeeksii Masaraa Eegumsaa 2001-2005 (jildii tokko), Jildii Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! 2005, Faarfannaa Galataa mp3dhaan, Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu CDdhaan, Fiilmii Orgaanaayizid Tuu Sheer Guud Niwuus jedhamuufi (Dhugaa Baatota Yihowaa-Jaarmiyaa Maqaa Kanaan Duuba Jiru fiilmii jedhu kan bakka bu’e) Waldaa Obboloota Addunyaa Maraa DVD (dvjwa) tokkorratti; Afaan Chaayinaa: Ee Saatisfaayiing Laayif, Tiraaktota: T-15, T-20, T-21, T-23; Tigriffa: Buukleetii gaaffiiwwan kitaaba, Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu jedhamuuf qophaa’an qabate (Qmy); Afaan Walaayittaa: Tiraaktii Lak. 26 (Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu)

◼ AMMAS KAN NU HARKATTI ARGAMAN: Amaariffa: Seenaa Macaafa Qulqulluu, Gammachuu Maatii, Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu, Maqaa Waaqayyoo, Sillaasee; Ingiliffa: Barsiisaa Guddicharraa Baradhaa, Waaqayyoon Waaqeffadhu, Gaaffii Dargaggootaa, Indeeksii 86-2000, Caaffata Qulqullaa’aa Gadi Fageenyaan Hubachuu, Appilaayi Yuur Salf Tuu Riidiing Eend Raayitiing, Laastiing Piis Eend Haappiinas, Aawar Piroobleems, Sii Za Guud Laand, Sillaasee, T-23; Afaan Faransaayi: Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa (bi-12); Afaan Oromoo: Barumsa Macaafa Qulqulluu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi