Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Sadaasa, Muddeefi Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Guraandhala: Gammachuu Maatii.
◼ Babal’istoonni Kaardii Qajeelfama Yaalii Fayyaa hanga ammaatti hin guutin jiran hundi akka guutan akeekkachiisna. Kaardiin kun yaalii fayyaarratti dhiiga hin fudhadhu jechuuf mirga qabdan kan isinii eegudha. Barbaachisaa taanaan kaardii kana guutuu ilaalchisee jaarsoliin dhuunfaan gargaaruu danda’u.—Miiltoo Tajaajila Mootummaa Sadaasa 2006rra jiru ilaali.
◼ Amajjii 1, 2009, kaasee jecha “sassaabaa ilaaltuu olaanaa” jedhuun kan hin fayyadamne si’a ta’u, iddoosaa “qindeessaa qaama jaarsolii” jennee waamna.