LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/09 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 7/09 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Duulli addaa si’a lammaffaatiif biyyaa keenyaatti geggeeffame ji’a Ebelaatti firii gaarii argamsiisuudhaan xumurameera. Namoota fedhii qaban Ayyaana Yaadannoof afeeruu kan jalaqbnes xumuura ji’a kanatti ture. Baay’inni babal’istootaa 8,597 kan ga’e yommuu ta’u, sa’aatii, deeddeebii gaaffii gochuufi qayyabannaa Macaafa Qulqulluu geggeessuudhaan baay’inni haaraan argameera. Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu 7,077 ta’us geggeeffameera! Qajeelchaa gargaaraa 1,093 ta’an kan qabnu yeroo ta’u, babal’istoota jiran keessa garri harka 30 tajaajila yeroo guutuu adaaddaarratti hirmataniiru.

Duula kanaaf obboloonni 42 biyyoota torba keessaa nu gargaaruuf kan dhufan yommuu ta’u, obboloonni biyya keessaa 500 ol ta’anis naannoo biyyattii 200 fagoo jiran dhaqanii tajaajilaniiru. Namoonni naannoo kana keessa jiraatan harki 86 kanaan dura tasuma misiraachicha dhaga’anii hin beekan. Hinaaffaa argisisuudhaan carraaqqi addaa ta’e waan gotaniif guddaa isin galateeffana. Ammammoo gabaasa Ayyaana Yaadannoofi sochii ayyaana kana ilaalchisee godhame hawwiidhaan eegganna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi