LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/09 ful. 2
  • TORBAN MUDDEE 21 JALQABU

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • TORBAN MUDDEE 21 JALQABU
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 12/09 ful. 2

TORBAN MUDDEE 21 JALQABU

Torban Muddee 21 Jalqabu

Faarfannaa 9 (37)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 15 key. 20-21fi Saanduqa; boq. 16 key. 1-5

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iya. 9-11

Lak. 1: Iya. 9:1-15

Lak. 2: Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eeguu Kan Dandeessu Akkamitti? (bh boq. 19 key. 1-14)

Lak. 3: Yihowaan Warra Jaalalasaa Keessatti Of Eegan Kan Eebbisu Akkamitti? (bh boq. 19 key. 15-23)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 2 (15)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Raabsuuf Qophaa’uu. Ilaaltuu olaanaan garee tokko, yaada seensaa qophaa’e, sababii yaada seensaa sana itti filate, gaaffiifi caqasa kamiin akka filate babal’isaa dargaggeessa tokkotti yeroo himu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi. Babal’isaa dargaggeessi yaada seensaa qophaa’e kan qabu ta’us yaada sana sirreessuuf namni isa gargaaru akka isa barbaachisu ibsa. Mataduree dargaggeessichi qophaa’erratti hundaa’anii gaaffiifi caqasa itti fayyadamu waliin filatu.

Daq. 15: “Namoota Macaafa Qulqulluu Qayyabsiistan ‘Lubbuu Keessan Isaaniin Ga’aa.’” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 2⁠rratti erga mari’attanii booda, babal’isaan tokko nama qayyabsiisuuf akka yaadu argisiisuuf carraaqqii akkamii akka godhu gaafannoo godhiif. Akkas gochuusaatiin bu’aa maalii argate? Babal’isaa namni Macaafa Qulqulluu isa qayyabsiisu akka isaaf yaade argisiisuusaatiin fayyadame tokkoofis gaafannoo godhi.

Faarfannaa 23 (200)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi