LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/09 ful. 3
  • Torban Muddee 28 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Muddee 28 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 12/09 ful. 3

Torban Muddee 28 Jalqabu

Torban Muddee 28 Jalqabu

Faarfannaa 1 (13)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy Boq. 16 key. 6-12

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iya. 12-15

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 23 (200)

Daq. 5: Beeksisa. Mataduree, “Walga’iiwaan Keenyarratti Yihowaadhaaf Faarfachuuf Qophoofteettaa?” jedhurratti akka xiyyeeffatan godhi. Amajjiidhaa jalqabanii birooshuura faarfannaa isa haaraa qabatanii akka dhufan hundasaanii jajjabeessi.

Daq. 10: Deebii Akkamii Kennuu dandeenya? Mormii naannoo tajaajilaa keessanitti baramaa ta’erratti marii dhaggeeffataa waliin godhamu. Mormiiwwan baramaa ta’an kanatti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni gabaabaan akka dhihaatu godhi. (Kitaaba Ragaa Dhiheessuu, ful. 63-67 ilaali.)

Daq. 10: Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Ittaanee guyyaan Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu itti afeeramu yoom akka ta’e beeksisi. Naannoo tajaajilaa keenyatti namoonni Macaafa Qulqulluu akka qayyabatan yommuu afeerru maaltu raawwatameera? Qajeelchaan ykn babal’isaan tokko, akkaataa dhiheenyaa naannoo sanatti bu’a qabeessa ta’e akka dubbatu ykn hojiin argisiisaan akka dhiheessu afeeri.

Daq. 10: Barreeffama ji’a Amajjiitti raabsamu. Qabiyyee barreeffamichaa gabaabsii ibsi. Barreeffama ji’a kanatti raabsamuun karaa alidilee ta’een qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuun karaawwan itti danda’amu babal’isaa tokkoo wajjin irratti mari’adhu. Hundisaanii ji’a kanatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf galma akka baafatan jajjabeessi.

Faarfannaa 18 (162)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi