LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/10 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2010
Tajaajila Mootummaa—2010
km 7/10 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Bitootessi dhugumaan ji’a addaa ture! Duulli addaa goone haala gaariidhaan kan xumurame si’a ta’u, haala Ayyaana Yaadannoo wajjin wal qabateen carraaqqii dabalataa goonee turre. Kanaan kan ka’es, guutummaan sa’aatiifi deddeebii gaaffii kan dabale ta’uusaarrayyuu, lakkoofsi babal’istootaa dimshaashumatti (8,804) ta’eera. Akkasumas, qayyabannaan Macaafa Qulqulluu 350an kan dabale si’a ta’u, kunis lakkoofsa guddaa kanaan dura argamerraa isa lammaffaadha! Gaariidha, akkuma kanaan duraa yeroo mijaa’aa ta’e hundatti afeerrii qayyabannaa Macaafa Qulqulluu dhiheessuu keessan itti fufaa!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi