LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/11 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2011
km 12/11 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Waggaan tajaajilaa darbe yommuu xumuramu, jechuunis jiʼa Hagayyaatti lakkoofsi babalʼistootaa haaraan 9,212 gaʼe gabaafameera. Waggicha keessatti dhibbeentaa 4iin guddinni kan argame siʼa taʼu, namoonni 533 taʼanis cuuphamaniiru. Saʼaatiin Yihowaa tajaajiluudhaan dabarfame, yeroo jalqabaatiif walumatti qabaatti miliyoona sadii ol taʼeera! Hojii barbaachiisaa lubbuu baraaru kanarratti hinaaffaafi jabinaan hirmaachuu keenya itti haa fufnu!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi