LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/12 ful. 8
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2012
Tajaajila Mootummaa—2012
km 12/12 ful. 8

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Jiʼa Adoolessaatti bokkaa cimaan roobaa kan ture taʼus, tajaajilarratti saʼaatiin 300,000 ol taʼu kan galmeeffame siʼa taʼu, lakkoofsi babalʼistootaa 9,408 gaʼeera. Walgaʼiiwwan gurguddaa waggaa sanatti godhaman irratti namoonni 519 taʼan cuuphamuudhaan duuka buutota haaraa taʼaniiru. Galmi Mootummaa keenya hojii lubbuu baraarsaa keenyaaf gumaacha olaanaa kan godhu siʼa taʼu, jiʼoottan 11n darban keessatti Galmi Mootummaa haaraan sagal ijaaramuusaanii yommuu gabaasnu gammachuu guddaatu nutti dhagaʼama.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi