LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/14 ful. 8
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 12/14 ful. 8

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Jiʼa Adoolessaatti, lakkoofsi babalʼistoota Itoophiyaa yeroo jalqabaatiif 10,020 taʼeera. Lakkoofsi qajeelchitootaa 1940, kan qajeelchitoota addaa immoo 300 ol taʼeera. Walumaagalatti gumiiwwan 214fi tuutawwan 34 kan jiran yommuu taʼu, gumiiwwan kana keessa 71 Finfinnee keessatti argamu. Oduun kun kan nama jajjabeessudha. Haataʼu malee, yeroo guyyoonni gara dhumaa saffisaan dhihaachaa jiran kanatti naannoo tajaajilaa hojjetamuu qabu hedduutu jira. Obboloonni hedduun naannoo labsitoonni caalaatti barbaachisan deemanii tajaajiluuf of dhiheessu jennee abdanna. Obboloonni akkas godhan eebba hedduu argachaa jiru.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi