Beeksisa
◼ Guraandhala: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! ykn Waaqayyoon dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu afaan nama haasofsiistaniif taʼu kamiin iyyuu raabsaa. (Birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu namoota akka gaariitti dubbisuu hin dandeenye ykn matummaa dubbisuu hin dandeenye gargaaruuf itti fayyadamuu dandeenya. Kun ijoollees ni dabalata.) Bitootessaa fi Ebla: Barruu Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! Caamsaa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? ykn tiraaktota armaan gadii keessaa tokko: Macaafa Qulqulluudhaaf ilaalcha akkamii qabda? (T-30), Yeroo gara fuulduraatiif ilaalcha akkamii qabda? (T-31), Maatiin gammachuu akka argatu kan godhu maalidha? (T-32), Addunyaa kana kan toʼatu eenyudha? (T-33), Rakkinni ni badaa? (T-34), Namoonni duʼan deebiʼanii jiraachuu dandaʼuu? (T-35), Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? (T-36), Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya? (T-37), Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? (kt).
◼ Mata dureen haasaa sabaa addaa bara 2015 tibba Ayyaana Yaadannootti dhihaatu, “Maatii Gammachuu Guutuu Qabu Ilaalchisee Abdii Kenname” kan jedhu dha.