LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Amajjii ful. 6
  • Amajjii 25-31

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 25-31
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Amajjii ful. 6

Amajjii 25-31

Izraa 6-10

  • Faarfannaa 10 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gadi)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Tajaajiltoota Fedhiidhaan Isaaf Hojjetan Barbaada”: (Daq. 10)

    • Iz 7:10, hiika bara 1899—Izraan garaa isaa qopheeffatee ture

    • Iz 7:12-28—Izraan gara Yerusaalemitti deebiʼuuf qophii godhe

    • Iz 8:21-23—Izraan Yihowaan tajaajiltoota isaa akka eegu isatti amanameera

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Iz 9:1, 2—“Warra naannoo isaanii jiranii” wajjin gaaʼela godhachuun balaa akkamii qaba ture? (w06-AM 1/15 20 key. 1)

    • Iz 10:3—Ijoollee isaanii haadhotii manaa isaanii wajjin of biraa kan adeemsisan maaliifi? (w06-AM 1/15 20 key. 2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iz 7:18-28 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gadi) Birooshura Misiraachoo kenniifiitii barumsa 8, gaaffii 1, keeyyata 1⁠ffaa irratti mariʼadhaa. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gadi) Nama birooshura Misiraachoo fudhatee tureef akkamitti deddeebii gaaffii gochuun akka dandaʼamu hojiidhaan argisiisi. Barumsa 8, gaaffii 1, keeyyata 2⁠ffaa irratti mariʼadhaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gadi) Birooshura Misiraachoo barumsa 8, gaaffii 1, keeyyata 2⁠ffaatti fayyadamuudhaan qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu hojiidhaan argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 138

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Deddeebii Gaaffiidhaaf Haala Mijeessuu”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Dandeettii Fooyyeffachuu jiʼa Amajjii isa babalʼistoonni Masaraa Eegumsaa erga kennanii fi birooshura Misiraachoo erga kennanii booda deddeebii gaaffiidhaaf yeroo haala mijeessan argisiisu taphachiisi.

  • Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 8)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: cf boq. 17 key. 1-9 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 30 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi