LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Guraandhala ful. 3
  • Nahimiyaan Ilaaltuu Ol Aanaa Gaarii Ture

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Nahimiyaan Ilaaltuu Ol Aanaa Gaarii Ture
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Waan Gaariidhaan Isa Hamaa Mo’aa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Nahimiyaan Waaqeffannaa Dhugaa Ni Jaallata Ture
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Masaraawwan Yerusaalem
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Nahimiyaan Tajaajiluu Malee, Tajaajilamuu hin Barbaadu Ture
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Guraandhala ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | NAHIMIYAA 5-8

Nahimiyaan Ilaaltuu Ol Aanaa Gaarii Ture

Tiishirii Dh.K.D. 455

8:1-18

  1. Nahimiyaan waaqeffannaa dhugaatiif akka walitti qabaman qajeelfama kan kenne yeroo kanatti taʼuu hin oolu

  2. Sababii kanaan Gammachuu guddaatu taʼe

  3. Mataawwan maatii akkamitti Seera Waaqayyoo guutummaatti hordofuu akka dandaʼan hubachuuf walitti qabaman

  4. Namoonni Ayyaana Gordommaa isa gammachiisaa taʼe kabajuuf qophaaʼan

Israaʼeloonni Dh.K.D. bara 455 jiʼa Tiishiriitti waaqeffannaadhaaf, barachuu fi Ayyaana Gordommaa kabajuuf walitti qabamanii jiru
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi