LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Guraandhala ful. 6
  • Guraandhala 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Guraandhala ful. 6

Guraandhala 22-28

Nahimiyaa 12-13

  • Faarfannaa 27 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Barumsa Nahimiyaa Irraa Argannu”: (Daq. 10)

    • Nah 13:4-9—Hiriyyummaa gadhee irraa fagaadhaa (w13 8/15 4 key. 5-8)

    • Nah 13:15-21—Wantoota hafuuraatiif dursa kennaa (w13 8/15 5-6 key. 13-15)

    • Nah 13:23-27—Wantoota Kiristiyaanota taʼuu keessan beeksisan eeggadhaa (w13 8/15 6-7 key. 16-18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Nah 12:31—Kutatni faarfattootaa lamatti hirame jiraachuun isaa buʼaa akkamii qabaachuu dandaʼa? (it-2-E 454 key. 1)

    • Nah 13:31b—Nahimiyaan, Yihowaan maal akka isaaf godhu gaafate? (w11 2/1-AM 14 key. 3-5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Nah 12:1-26 (Daq. 4 ykn isaa gad)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Nama fedhii xinnoo argisiiseef waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo kenni.

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Nama garaadhaa fedhii argisiiseef waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo fi Masaraa Eegumsaa kenni. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu fuula 206-208 irratti hundaaʼuudhaan qoʼataa Kitaaba Qulqulluu tokkoof waaʼee Ayyaana Yaadannoo ibsi. Qoʼatichi ayyaanicha irratti akka argamuuf gargaarsa barbaachisu godhiif.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 8

  • “Namoota Naannoo Tajaajilaa Keessan Keessa Jiran Hunda Ayyaana Yaadannootiif Afeeraa!”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Gumichi naannoo tajaajilaa isaa akkamitti guutummaatti waliin gaʼuu akka dandaʼu ibsi. Yommuu mata duree “Wantoota Gochuu Dandeessu” jedhu irratti mariʼattan viidiyoo Ayyaana Yaadannoo taphachiisi. Hundumtuu duula taasifamu kana irratti guutummaatti akka hirmaatanii fi namoota fedhii argisiisan hunda akka gargaaran jajjabeessi. Hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: cf boq. 18 key. 10-18 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 147 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi