LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Bitootessa ful. 2
  • Bitootessa 7-13

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 7-13
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Bitootessa ful. 2

Bitootessa 7-13

Asteer 6-10

• Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

• Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

• “Asteer Yihowaa fi Saba Isaatiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti”: (Daq. 10)

As 8:3, 4—Asteer iddoo miidhaan irra hin geenye jiraattus, warra kaaniif jecha lubbuu ishii balaadhaaf saaxilteetti (ia 164-165 key. 24-25)

As 8:5—Asteer tooftaadhaan Ahashwerosiin haasofsiiste (w06-AM 3/1 ful. 11 key. 8)

As 8:17—Namoonni hedduun qomoo isaanii gara Yihudiitti geddaratan (w06-AM 3/1 11 key. 3)

• Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

As 8:1, 2—Raajiin Yaaqoob yeroo duʼuu jala gaʼe, Beniyaamin ‘galgala boojuu akka hiru’ dubbate kan raawwatame akkamitti? (ia 164 saanduqa)

As 9:10, 15, 16—Labsichi boojuu akka fudhatan kan isaaniif heyyamu taʼus, Yihudoonni akkas gochuu kan hin barbaanne maaliifi? (w06-AM 3/1 11 key. 4)

Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

• Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: As 8:1-9 (Daq. 4 ykn isaa gad)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

• Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼan sadan taphachiisi; achiis irratti mariʼadhaa. Sana booda, mata duree “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Ittiin Lixa Barruu Mataa Kee Qopheeffadhu” jedhu irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

• Faarfannaa 21

• “Keessummoota Simadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼistoonni Ayyaana Yaadannoo bara darbe kabajame irratti keessummoota simachuuf dursa fudhachuu isaaniitiin muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan afeeri. Muuxannoon gaariin tokko hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

• Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia Xalayaa Qaama Ol Aanaa Irraa Ergamee fi Seensa 1-15 (Daq. 30)

• Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

• Faarfannaa 147 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi