LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Bitootessa ful. 4
  • Bitootessa 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Bitootessa ful. 4

Bitootessa 14-20

Iyoob 1-5

  • Faarfannaa 11 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Iyoob Yeroo Qorametti Amanamummaa Isaa Eegeera”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Iyoob taphachiisi.]

    • Iyo 1:8-11—Seexanni wanta Iyoob amanamummaa isaa akka eegu isa godhe irratti gaaffii kaaseera (w11 5/15 17 key. 6-8; w09 4/15 ful. 3 key. 3-4)

    • Iyo 2:2-5—Seexanni amanamummaa nama hundaa irratti gaaffii kaaseera (w09 4/15 ful. 4 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Iyo 1:6; 2:1—Fuula Yihowaa dura akka dhaabatan kan isaaniif heyyamame eenyu faʼi? (w06-AM 3/15 ful. 13 key. 6)

    • Iyo 4:7, 18, 19—Yaadni dogoggoraa Eliifaaz Iyoobitti dubbate maali dha? (w14 3/15 ful. 13 key. 3; w05-AM 9/15 ful. 26 key. 4-5; w95-AM 2/15 27 key. 5-6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 4:1-21 (Daq. 4 ykn isaa gad)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: Fuula jalqabaa wp16.2⁠tti​—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad)

  • Deddeebii Gaaffii: Fuula jalqabaa wp16.2​—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: fg barumsa 2 key. 2-3 (Daq. 6 ykn isaa gad)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 41

  • Dhiibbaa Hiriyaa Damdamadhaa!: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo jw.org Dhiibbaa Hiriyaa Damdamadhaa! jedhamu taphachiisi. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOO jala ilaali.) Achiis gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Mana barumsaatti dhiibbaa akkamiitu ijoollee irra gaʼa? Dhugaa buʼuuraa Baʼuu 23:2 irra jiru hojii irra oolchuu kan dandaʼan akkamitti? Tarkaanfiiwwan arfan dhiibbaa hiriyaa damdamachuu fi amanamummaa isaanii eeguuf humna isaaniif kennan kam faʼi? Dargaggoonni, muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 1 key. 1-13 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 149 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi