LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Ebla ful. 2
  • Ebla 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Ebla ful. 2

Ebla 4-10

Iyoob 16-20

  • Faarfannaa 50 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Jechoota Gaarummaa Argisiisaniin Warra Kaan Jajjabeessaa!”: (Daq. 10)

    • Iyo 16:4, 5—Namni gorsa kennu dubbii isaatiin warra kaan kan jajjabeessu taʼuu qaba (w90-AM 6-111 ful. 22 key. 6-7)

    • Iyo 19:2—Dubbii hamaan Biildaad dubbate, Iyoob aariidhaan akka dubbatu godheera (w06-AM 3/15 ful. 15 key. 6; w94-AM 10/1 ful. 32)

    • Iyo 19:25—Iyoob yommuu qorumsi cimaan isa irra gaʼe, abdiin duʼaa kaʼuu isa jajjabeesseera (w06-AM 3/15 ful. 15 key.5; it-2-E 735 key. 2-3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Iyo 19:20, miiljalee NW—Iyoob “gogaa ilkaan kootii duwwaadhaanan miliqe” yeroo jedhu maal jechuu isaa ture? (w06-AM 3/15 ful. 15 key. 1; it-2-E 977 key. 1)

    • Iyo 19:26—Namni Yihowaa arguu hin dandaʼu erga taʼee, Iyoob “Waaqayyoon arguu” kan dandaʼe akkamitti? (w94-AM 11/15 ful. 19 key. 17)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 19:1-23 (Daq. 4 ykn isaa gad)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda taphachiisi; achiis yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan babalʼistoota jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 42

  • “Mata Duree Haaraa Maree Jalqabuuf Gargaaru”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Hundumtuu maree qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru gochuudhaaf, mata duree “Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?” jedhutti akka fayyadaman jajjabeessi.

  • Gaaffii Dubbistootaa: (Daq. 5) Haasaa Masaraa Eegumsaa Guraandhala 15, 2015, fuula 30, keeyyata 4-6 irratti hundaaʼee jaarsaan dhihaatu.

  • Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 2 key. 13-23, Irra Deebii ful. 27 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 17 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi