LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Ebla ful. 4
  • Ebla 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Ebla ful. 4

Ebla 11-17

Iyoob 21-27

  • Faarfannaa 52 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Iyoob Yaada Dogoggoraa Moʼeera”: (Daq. 10)

    • Iyo 22:2-7—Eliifaaz sobaan hadheessuudhaan, akkasumas ilaalcha dhuunfaa irratti hundaaʼuudhaan gorsa kenne (w06-AM 3/15 ful. 15 key. 7; w05-AM 9/15 26-27; w95-AM 2/15 ful. 27 key. 6)

    • Iyo 25:4, 5—Biildaad yaada dogoggoraa dubbate (w05-AM 9/15 ful. 26-27)

    • Iyo 27:5, 6—Iyoob warri kaan amanamummaa isaa eegaa akka hin jirre isa amansiisuuf yommuu yaalan yaada isaanii hin fudhanne (w09 8/15 ful. 4 key. 8; w06-AM 3/15 15 key. 9)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Iyo 24:2—Dhagaa daarii buqqisuun adaba guddaa kan geessisu maaliif ture? (it-1-E ful. 360)

    • Iyo 26:7—Wanti Iyoob lafa ilaalchisee dubbate xiyyeeffannaa namaa kan harkisu maaliifi? (w15-AM 6/1 ful. 5 key. 4; w11 7/1-AM ful. 26 key. 2-5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 27:1-23 (Daq. 4 ykn isaa gad)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: Fuula jalqabaa wp16.2—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad)

  • Deddeebii Gaaffii: Fuula jalqabaa wp16.2—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: bh ful. 145 key. 3-4 (Daq. 6 ykn isaa gad)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 54

  • Aboottee Utuu hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Animeeshinii gabatee adii Aboottee Utuu hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moʼi jedhu taphachiisi. (JW.ORG/OM baniitii WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOOWWAN jalaa argata.) Achiis, gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Ijoolleen abbaa humnaa taʼan ijoollee kaan kan sossodaachisan maaliif taʼuu dandaʼa? Miidhaa ijoolleen abbaa humnaa taʼan geessisan dhiibbaa akkamii geessisa? Nama abbaa humnaa taʼe dandamachuu ykn irraa fagaachuu kan dandeessan akkamitti? Ijoolleen abbaa humnaa taʼan yoo isin miidhan eenyutti himuu qabdu? Kitaaba Gaaffii Dargaggootaa (Amaariffa), Jildii 2, boqonnaa 14 irratti akka xiyyeeffatan godhi.

  • Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 3 key. 1-13 saanduqa ful. 33 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 26 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi