LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Caamsaa ful. 7
  • Ija Jabina Argachuuf Yihowaatti Amanamaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ija Jabina Argachuuf Yihowaatti Amanamaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Daawit Hin Sodaanne
    Ijoollee Keessan Barsiisaa
  • ‘Lolli kun kan Waaqayyoo Ti’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
  • “Fedha Kee Gochuu Na Barsiisi!”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • ‘Ija Jabaadhaa, Hojjedhaas!’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Caamsaa ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 26-33

Ija Jabina Argachuuf Yihowaatti Amanamaa

Daawit, tarkaanfii Yihowaan isa oolchuuf fudhate yaadachuun isaa ija jabina qabaachuuf isa gargaareera

27:1-3

  • Yihowaan, dargaggummaa isaatti Daawitiin afaan leencaa irraa oolcheera

  • Yihowaan, Daawit hoolota isaa eeguuf amaaketa akka ajjeesu isa gargaareera

  • Yihowaan, Daawit Goliyaadiin akka ajjeesu isa gargaareera

Daawit Yihowaan afaan leencaatii akkamitti akka isa oolche, amaaketa ajjeesuu fi Goliyaadiin ajjeesuuf akkamitti akka isa gargaare yeroo yaadatu

Akkuma Daawit ija jabina qabaachuuf maaltu nu gargaara?

27:4, 7, 11

  • Kadhannaa

  • Lallabuu

  • Walgaʼiiwwan irratti argamuu

  • Qoʼannaa dhuunfaa fi waaqeffannaa maatii

  • Warra kaan jajjabeessuu

  • Kanaan dura Yihowaan akkamitti akka nu gargaare yaadachuu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi