LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Waxabajjii ful. 2
  • Waxabajjii 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Waxabajjii ful. 2

Waxabajjii 6-12

Faarfannaa 34-37

  • Faarfannaa 1 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaa Amanadhu, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu”: (Daq. 10)

    • Far 37:1, 2—Yihowaa tajaajiluu irratti malee, milkaaʼina jalʼoonni waan argatan fakkaatu irratti hin xiyyeeffatinaa (w03-AM 12/1 9-10 key. 3-6)

    • Far 37:3-6—Yihowaa amanadhu, wanta gaarii taʼes hojjedhu, eebba ni argatta (w03-AM 12/1 10-12 key. 7-15)

    • Far 37:7-11—Hanga Yihowaan hamoota balleessutti obsaan eeggadhu (w03-AM 12/1 13 key. 16-20)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 34:18—Yihowaan namoota ‘garaan isaanii cabee fi yaadni isaanii caccabee bullaa’e’ akkamitti ilaala? (w11 7/1 12)

    • Far 34:20—Raajiin kun Yesuus irratti kan raawwatame akkamitti? (w13 12/15 21 key. 19)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 35:19–36:12

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda taphachiisi; achiis yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan babalʼistoota jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 45

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu —Barsiisuuf Viidiyoowwanitti Fayyadamuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Qabxiiwwan mata duree xiqqaa “Kana Gochuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” jedhu jala jiran fakkeenyaan ibsuuf, jw.org/om jalaa viidiyoo Kitaaba Qulqulluu kan Barreessise Eenyu Dha? jedhutti fayyadami. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > KITAABOTAA FI BIROOSHUROOTA jalaa ilaali. Achiis birooshura Misiraachoo itti argisiisi. Viidiyoon kun barumsa mata duree “Dhugumaan Misiraachoon Kun Waaqayyo Biraa Dhufee?” jedhu qabu jalaa argama.)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 7 key. 1-14

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 41 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi