LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Hagayya ful. 6
  • Hagayya 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Hagayya ful. 6

Hagayya 22-28

FAARFANNAA 106-109

  • Faarfannaa 2 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaadhaaf Galata Galchaa!”: (Daq. 10)

    • Far 106:1-3—Yihowaadhaaf galata galchuun keenya kan isaaf malu dha (w15 1/15 8 key. 1; w02-AM 6/1 18 key. 19)

    • Far 106:7-14, 19-25, 35-39—Israaʼeloonni dinqisiifannaa waan dhabaniif amanamoo utuu hin taʼin hafan (w15 1/15 8-9 key. 2-3; w01-AM 6/15 13 key. 1-3)

    • Far 106:4, 5, 48—Sababii Yihowaa itti galateeffannu hedduu qabna (w11 10/15 5 key. 7; w03-AM 12/1 15-16 key. 3-6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 109:8—Waaqayyo, raajiin kun akka raawwatamuuf jedhee Yihudaan Yesuusiin dabarsee akka kennu dursee murteessee turee? (w00-AM 12/15 24 key. 20; it-1-E 857-858)

    • Far 109:31—Yihowaan ‘mirga nama dhabaa kan dhaabatu’ akkamitti? (w06-AM 9/1 14 key. 7)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 106:1-22

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) ll 6​—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) ll 7​—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 178-179 key. 14-16—Baratichi wanta barate akkamitti akka hojii irra oolchu akka hubatu gargaari.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 40

  • Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Nuuf Kenna (Far 107:9): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Nuuf Kenna jedhu taphachiisuudhaan jalqabi. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan gaafadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 12 key. 13-25,fi irra deebii boqonnichaa

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 149 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi