LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Hagayya ful. 7
  • Hagayya 29–Fulbaana 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 29–Fulbaana 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Hagayya ful. 7

Hagayya 29–Fulbaana 4

FAARFANNAA 110-118

  • Faarfannaa 29 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ani Waaqayyoof Maalan Deebisa?”: (Daq. 10)

    • Far 116:3, 4, 8—Yihowaan faarfaticha duʼa irraa oolcheera (w87-E 3/15 24 key. 5)

    • Far 116:12—Faarfatichi galata Yihowaadhaaf qabu argisiisuu barbaadee ture (w09 7/15 29 key. 4-5; w98-AM 12/1 24 key. 3)

    • Far 116:13, 14, 17, 18—Faarfatichi wanta Yihowaan isa irraa eegu raawwachuuf kutatee ture (w10 4/15 27, saanduqa)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 110:4—‘Kakuun’ caqasa kana irratti ibsame maali dha? (w14 10/15 11 key. 15-17; w06-AM 9/1 14 key. 1)

    • Far 116:15—Haasaan sirna awwaalchaa yommuu kennamu, caqasni kun nama duʼe sana ilaalchisee caqasamuu kan hin qabne maaliifi? (w12 5/15 22 key. 2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 110:1–111:10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) ll 16​—Deebitee dhaquuf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) ll 17​—Deebitee dhaquuf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 179-181 key. 17-19​—Baratichi wanta barate akkamitti akka hojii irra oolchu akka hubatu gargaari.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 21

  • “Dhugaa Barsiisaa”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • “Duula Addaa Fulbaanatti Masaraa Eegumsaa Raabsuuf Godhamu”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa Fulbaanaa isa jalqabaa taphachiisi; achiis yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa. Duula kana irratti hirmaachuuf hawwii akka qabaatanii fi qajeelchaa gargaaraa akka taʼan isaan jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 13 key. 1-12

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 144 fi Kadhannaa

    Hubachiisa: Faarfatamuu isaa dura takkaa muuziqaa isaa qofa dhageessisaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi