LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 3
  • Onkoloolessa 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 3

Onkoloolessa 10-16

FAKKEENYA 7-11

  • Faarfannaa 32 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Garaan Keessan Karaa Irraa hin Gorin”: (Daq. 10)

    • Fak 7:6-12—Namoonni hubannaa hin qabne karaa hafuuraa balaa irra buʼu (w00-AM 11/15 29-30)

    • Fak 7:13-23—Murtoon dogoggoraa balaa irra nama buusuu dandaʼa (w00-AM 11/15 30-31)

    • Fak 7:4, 5, 24-27—Ogummaa fi hubannaan nu eegu (w00-AM 11/15 29, 31)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Fak 9:7-9—Deebiin gorsa nuu kennameef kenninu waaʼee eenyummaa keenyaa maal mulʼisa? (w01-AM 5/15 29-30)

    • Fak 10:22—Bara keenyatti eebbi Yihowaa maalfaa dabalata? (w06 6/1 11-16 key. 3-16)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fak 8:22–9:6

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.5 fuula jalqabaa​—Namni sun walgaʼii Dilbataa irratti akka argamu afeeri.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.5 fuula jalqabaa​—Namni sun walgaʼii Dilbataa irratti akka argamu afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 176 key. 5-6 —Baratichi walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 52

  • Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Bilbila Moobaayilii (Fak 10:19): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Bilbila Moobaayilii jedhu argisiisuudhaan jalqabi. (JW.ORG irraa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DARGAGGOOTA ykn JW Library irraa kutaa TEENAGERS jedhu jalaa argama.) Achiis mata duree viidiyoo kanaa wajjin jw.org irra jiruu fi “Bilbilaan Ergaa Waliif Barreessuu Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba?” jedhu irratti mariʼadhaa. Qabxiilee mata duree xiqqaa “Gorsa Gaarii” jedhu jala jiran addeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 16 key. 1-15

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 139 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi